Genesis 28:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Esauuni aka Isaaqooni Yakobo eebise dubra fuud'iti Mesopotamiati erge, ammalle aka inni, ato eebisu, Dubra gosa Kanaani imfuud'iini jed'eeni d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eesawu haga Yisaaqi Yaaqoobiin akka eebbisee fi achii akka intala haa fuudhu'uuf gara laga lamaan jiddu'uu erge beeke, hennaa isa eebbisu «Dubartoota Kana'aanii keessaa haadha manaa hin fuudhin» jedhee akka isa ajaje dhagaye;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq akka Yaaqoob eebbisee, niitii akka achii fuudhu, gara biyya phaadaan-Aaramii akka erge Esaawu hubate; Yisihaq yennaa Yaaqoob eebbise, «Dubartii worra Kana'aanii hin fuudhin» jedhee akka isa ajajelle hubate.