Genesis 28:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Esauuni aka abbaani isaa Isaaqooni dubra gosa Kanaani jibbe arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni Kana'aaniillee Yaaqoobiin afo'otti akka jibbaman Eesawu haga arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre abbaan isaa Yisihaq dubartoota worra kana'aanii akka hin jaalanne Esaawu yennaa dhagge,