Genesis 29:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni imaltu isaa dabre, lafa worra ilaborutiini bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob gara namoota biyya baya biiftu'uu jiraatanii deeme;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob ittuma ideemee, gara kolbaa biyya gara aduun baatuu geye.