Genesis 29:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni Raheli, intala abuyya isaa Labani, ta ree gadi ooftu arge jennaani kae d'akha afaani eelati gangalche ree bisaani obaaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee mucattii obboleessa haadha isaa ta Laaba'aa Raaheelii fi hoolota eessuma isaa Laaba'aa haga arge itti dhiyaatee dhagaa afaan boollaa jiru iraa kaasee hoolota eessuma ufii ka Laaba'aa bisaan obaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob yennaa Raahelii intala Laabaanii abuyyaa ifiitii fi hoolee isaa dhagge, itti dhikaatee dhakaa boolla bisaanii irraa konkolaachisee, hoolee isaa san bisaan obaase.