Genesis 29:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini, aka gurbaani oboleeti isaa d'ufe, d'agaye jennaani fuula keesa yoyo ch'ee iti mamarate d'ungate mana isaatini d'aqe. Yakobooni waan kana ch'ufa iti haasae jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee oduu ilma obboleettii ufii Yaaqoobii haga dhagaye isa simachu'uuf fiigee dhaqee ammateenii dhungatee mana ufii isa seensise. Yaaqoobillee waan maraa Laaba'atti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan oduu marroo Yaaqoobii ilma obboleettii ifii yennaa dhage'e, isa qophatiisaaf rukkisee gad bayee, hanqafatee, gara manaa seensise. Yaaqoob waan te'eeru mara yennaa itti hime,