Genesis 29:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini waan jed'eeni, D'uguma nu worra, ammalle fooni taka. Duuba Yakobooni haga bulti sodoma worra isaa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee, «Ati dhugamaan lafe'ee fi foon kiyya» jedheen; innillee haga ji'a tokkoo isa woliin taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan, «Ee, dhugumaan, ati foon kiyyaa fi dhiiga kiyya» jedhe. Yaaqoob ji'a tokko guutuu isa bira ture.