Genesis 29:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini waan Yakobooni jed'e, Ato fiit'ale taane, akanumati na injohattu ana maani sii heregu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaan Yaaqoobiin, «Ati fira kiyya waan taateef akkanumaan tola naa hojjattaa? gatiin kee meeqa? mee natti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan Yaaqoobiin, «Ati hidda kiyya waan teetiif, toluma naaf hujuu hin malle. Meeqa akka ani isi'iif kaffalu barbaadda?» jedhe.