Genesis 29:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini ijoolle dubra lama qaba; ta angafa maqaani Lea, maand'itiini Raheli.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaan ijoollee durbaa lama qaba; maqaan ta hangafaa Liya'a; ta maandha'aa Raaheel.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan durra lama qabaayyu; maqaan angafitti'ii Liya'a; ka maandhitti'ii Raahel.