Genesis 29:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni guddo Raheli jaalate waan abbaani jed'e, Yo atini Raheli naa kennite, isii jed'e ganna torba si hojad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob Raaheeliin jaalatee «Ani waan mucattii teetii Raaheeliif woggaa torbaa sii hojjadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob Raahel waan jaalateef, Laabaaniin, «Akka ani intala teeti maandhittii Raahel fuudhu yoo naaf eeyyante, ani woggaa torba si hin tajaajila» jedhe.