Genesis 29:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini waan jed'eeni, Fulla nama d'ibii kennu hojja sii kennu ira naa jirti, na woliini tai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee, «Ka nama biraatii kennee mannaa ka sii kenne woyyaa na woliin taa'i» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan deebisee, «Ani nama dhibi'iif isii kennu'uu mannaa, isi'iif kennuu woyya; as na bira turi» jedhe.