Genesis 29:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni Raheli jed'e, ganna torba isaa hojate, ammo ganni suni womale iti infakaanne waan inni guddo isi jaalateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob Raaheeliif jedhee woggaa torbaa isaa hojjate; waan guddisee isii jaalatuuf woggaan torbaa sun akka guyyaa hago'oo ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yaaqoob Raahel fuudhiisaaf jedhee, woggaa torba tajaajile; inni waan isii jaalateef, woggooti kun guyyoota diqqaa isatti fakkaatane.