Genesis 29:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan Labaniini jed'e, Anini waan atini feetu ya sii guute, fuud'a naa tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee Laaba'aan, «Woggaan torbaa raawwatameeraa mucattii tee naa kenni» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yaaqoob, Laabaaniin, «Yennaan tajaajila kiyyaa dhumatteerti; Raahel akka fuudhuuf naa kenni» jedhe.