Genesis 29:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini waan jed'eeni, Aada teenna keesa maand'a angafa durati dandaani imfuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee, «Biyya keennatti uduu ta hangafaa jirtu ta maandha'aa kennuun aadaa keennaa miti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan deebisee, «Biyya teenna keessatti intala angafitti'iin dura intala maandhittii hin heerumsiisanu.