Genesis 29:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni ee jed'e, torbaani jilaa hobaanaani Labaniini Rahelile kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee akkasuma godhe; haga idaayyummaa torbaan tokko fixeen maayessa Laabaan mucattii ufii Raaheeliinillee akka haadha manaa isaa taatu fuudhee kenneef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob akkuma inni jedhe godhe; yennaa inni torbaan waajibumma'aa Liyaa woliin fixate, Laabaan intala ifii Raahel isa heerumsiise.