Genesis 29:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka Lea jibbani arginaani naheefi ilma kenneefi, ammo Raheliini ilmaani male teete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka Liyaan jibbamte argee gadaamessa isi'ii bane; Raaheel ammo dhabduu turte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Liyaa caalaa akka Yaaqoob Raahel jaalate Mootiin Waan Maraa yennaa dhagge, Liyaan akka ijoollee deettu godhe; Raahel ammoo maseena teete.