Genesis 29:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle garaachoofte ilma d'ibi deete waan jette, AABBO Waaqi ya aka na jibbani arge ilmaani d'ibile naa kenne; tanaafi maqa isaa Simeoni baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ulfooftee dhiira deettee «Rabbi akka ani jibbame dhagayee kana naa eda'e» jettee maqaa isaa Simoon jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin ammalle ulfoottee ilma dhibii deettee, «Mootiin Waan Maraa akka ani hin jaalatamin dhage'ee, ammalle ilma kana naaf kenne» jettee, maqaa isaa Shimi'oon baafatte.