Genesis 29:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan tissitu ree taanini jed'e, D'iiro, isani worra eesaati? Nu worra Harani jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob worra hoolota tissuun, «Obboleewwan tiyya; isin namoota eessaati?› jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Biyya Kaaraaniitii dhufne» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob, «Obboleeyyan tiyya, isin eessaa dhuttane?» jedhee tissitoota gaafate. Isaan deebisanee, «Nuuti Kaaraanii dhunne» jedhane.