Genesis 29:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, D'iiro, isani Labani ilma Nahori fuula beetu? Ee, nu imbeenna jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Laabaa ilma ilma Naakoorii beettuu?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ee hin beenna» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Laabaanii akaakoo Naahorii beettanii?» jedhe. Isaan deebisanee, «Ee, hin beenna» jedhane.