Genesis 29:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan tissitu taanini jed'e, Lafti ammalle guyya gudda, galchumi ingeenne, ree maafi bisaani obaaftani marrati inkaamne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob, « hennaan guyyaa waan ta'eef, hennaan tika galchan waan hin geenneef amma hoolota bisaan obaasa'aatii bobbaasaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Kunoo, latti guyya'a; yennaan galchuma hori'ii hin geenne. Hoolee bisaan obaasa'aatii geessa'aa dheechisa'a» jedhe.