Genesis 29:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tissituuni waan jetteeni, Reeni bisaani d'ugisa intaatu, haga ch'ufti wolgula d'ufte d'akha afaani eela iraa gangalchaniiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Haga tinni hoolotaa wolitti qabamee dhagaan afaan boollaa irraa gara galuu nu womaa goonee hin dandeennu; yoo isaan maruu dhufan tokkumma'aan dhagaa gara galchinee hoolota obaafna» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, «Haga karri hoole'ee martinuu wolitti qabantee dhakaa afaan boolla bisaanii irraa konkolaachifamutti, nuuti tana goonee hin dandeennu. Achiin duuba nuuti hoolee hin obaanna» jedhane.