Genesis 29:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri tae haasau, Raheliini ree abba isiitiini d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma inni waan kana isaan woliin dubbata'aaru mucattiin Laaba'aa Raaheel hoolota abbaa ufii qabattee dhufte isiin waan hoolota abbaa ufii tissituuf;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo inni isaan woliin dubbatiisatti jiruu, Raahel tissituu waan teeteef, hoolee abbaa ifii fiddee dhutte.