Genesis 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba bineensa AABBO Waaqi uume ch'ufa keesa bofati ira malticha. Waan inni niitiini jed'e, Ila, d'uguma Waaqi, Mukha oobru tana keesa jiru tokole inyaatina isaniini jed'e?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bofni bineensa Rabbi Waandhi lafa irratti uume maraa caalaa hamaa ture; kanaafuu inni dubartitti'iin, «Dhugamaan Rabbi daraaraa muka hulee biqiltu'uu kana keessa jiran maraa hin nyaatinaa'a isiniin jedheeraa?» Jedhee isii gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bineensa Mootiin Waan Maraa Waaqi dade mara keessaa bofi irra caalaa malte'e. Inni namitti'iin, «Dhuguma Waaqi, ‹Mukoota oorruu tana keessa jiranu mara irraa hin nyaatina'a› isiniin jedheeraa?» jedhe.