Genesis 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Eenuti, Qulla deemta siini jed'e? Atini mid'aani anini, Inyaatina isaniini jed'e kaani ya nyaatte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee, «Akka qullaa taate eentu sitti hime? dhugamaan daraaraa muka ani irraa hin nyaatin jedhee si ajaje irraa fuutee nyaattee?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Qullaa akka jirtu eentu sitti hime? Midhaan muka ani ‹Hin nyaatin› jedhee si ajaje san nyaattee?» jedheen.