Genesis 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi waan jed'eeni, Niituma atini wahela naa kennite taaniti natiini d'ufe na nyaachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aadamillee «Intala ati akka na woliin jiraattuuf naa kennitetu daraaraa mukaa san irraa fuutee naa kennitee nyaadhe» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichille deebisee, «Namittii akka na woliin leetuuf ati naaf kennitettuu midhaan muka sanii naaf kenne; anille nyaadhe» jedhe.