Genesis 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan bofaani jed'e, Waan atini akana taateefi, anini la si abaare, atini horifi bineensa ala ch'ufa iraa gorte garaani lafa ira loote haga jirtu ch'ufa biyye nyaatta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Waandhi bofaan, «Ati waan kana gooteef busaawa'aa fi bineensota maraa irraa adda baatee abaaramaa taata; adha irraa jalqabii gara'aan lafa irra looyi; bara jiraattu maraa biyyee nyaatta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi bofaan, «Kana waan gooteef, ati horii maraa fi bineensota mara keessaa ka abaarante hin teeta. Gadhaa keetiin lafa irra hin loota; bara jiruu teetii mara biyyee hin nyaatta.