Genesis 3:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini siifi niiti tana nyaapa wolti tolche, d'alooti keesanileeni woli jibba. D'alooti isii mata si ch'arase, atileeni hirba worraa nyaatta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Si'ii fi dubartii tana jidduu, fiixaa keetii fi fiixaa isi'ii jidduu diina akka ta'an godha. Inni mataa kee mushurussa; atillee koomee isaa iddita» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si'ii fi namittii tana oddu'utti, sanyii isi'iitii fi sanyii teeti oddu'utti diinummaa hin buusa. Sanyiin isi'ii sun mataa keeti hin butucha; atille jimuu isaa hin iddita» jedhe.