Genesis 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan inni niitiini jed'e, Hojja atini garaachooftu d'iba siti guddise, hojja atini d'altule ch'ininfatte d'ukubsatta; ammo ha taatuti, d'iirsa kanke guddo jaalatte d'araateefi, innileeni si mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartitti'iinillee, «Hennaa ulfoofte rakkinna sitti guddisa; hennaa deettullee ciniinsuu sitti jabeessa; hawwiin kee gara abbaa manaa keetii ta'a; inni si bulcha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namittiille'een, «Yennaa ulfoottutti gaargala sitti hin fakkansa; ciniinsu'uun ijoollee hin deetta. Tanuma keessa fedhii dhirsa keetii hin qabaatta; inni si irratti bulchaa hin te'a» jedhe.