Genesis 3:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojatte damfitu male, sagale inyaattu, haga biyye keesaa baateti deebituuti; atini qara biyye, biyyuma suniti deebita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga gaafa biyyee irraa uumamteetitti deebitutti, hojjattee fuuruu keetiin nyaatta; biyyee waan taateef gara biyye'ee deebita» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati biyye'e, deebitee biyyee hin teeta. Biyyee irraa waan dadanteef, gara isi'ii haga deebitutti, danfitee eloottee sagalee teeti hin nyaatta» jedhe.