Genesis 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini taani waan jetteeni, Mid'aani mukha oobru tana keesa jiru kama feenu nyaanna, ammo
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiinillee bofaan, «Daraaraa muka hulee biqiltu'uu kana keessa jiru hin nyaanna;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namittiin bofaan, «Nuuti mukoota addee oorru'uu tana keessa jiranu mara nyaatuu hin dandeenna;