Genesis 3:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi niiti maqa Hawai baase, waan isiini haad'a nama ch'ufa taateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aadam haati manaa isaa waan uumama lubbuu qabu maraaf haadha taateef «Hawwaa» jedhee maqaa itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi niitiin isaa haadha worra jiraata'aa waan teeteef, maqaa isi'ii «Heewwan » jedhee baase;