Genesis 3:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi namicha Adamu jed'anifi niiti isaa goga bineensa fuud'e gaad'a mid'aaseefi uyiseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Aadamii fi Hawwaa gogaa irraa uffata hojjatee isaanitti uwwwise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Addaamii fi niitii isaatiif gogaa irraa woyaa hujee itti uffise.