Genesis 3:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi oobru Edeni keesaa gusse biyye isa iraa mid'aasani qotachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi Waandhi Aadamiin Eedaniin hulee biqiltu'uu keessaa baasee akka inni lafa irraa uumame qotu godheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Waaqi addee oorruu Edenii keessaa isa baasee, lafa irraa dadame akka qotu godhe.