Genesis 3:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni namicha oobru keesaa had'e balleese jennaani, oobru Edeni keesa, gama ilaboru, waan lubbu qaba, ka aka malaikatiifi aflameedi bibillit'u ta gara ch'ufa martu kaye, aka akasiini wonti sunini kara mukha jireennati deemu nama iraa eeddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Aadamiin baaseen maayessa Eedaniin hulee biqiltu'uu gara baya biiftu'uu maleekkota kiruubeel jedhamanii fi guraadee gara lamaaniin akka ibiddaa mallisu gara maraanuu kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi nama baaseen duuba, eennulle gara muka jiru'uu akka hin dhikaanneef, addee oorruu Edenii maddii aduun baatuun ergantoota ifii dada ol-gubba'aa ta koola qadduu fi shallaagaa akka ibiddaa bobe'u ka gara mara garagaggalu keye.