Genesis 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi imbeekha, aka guyya isani nyaattani, ilti teesani banamte, aka Waaqa taatani, waan hamtufi dansa gargari beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi waan kana isin ajajeef gaafa isii irraa nyaattan ijji teessan akka banamtu, akka isin waan misha'aa fi waan hamaa maraa adda baaftanii beettan waan beekuuf» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin midhaan muka sanii yennaa nyaattane, ilti teessan akka banantu, hantu'uu fi dansaa beekiisaan akka Waaqaa akka teetanu, Waaqi waan beekuuf» jedheen.