Genesis 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galgala suni AABBO Waaqa oobru keesa deemu d'agayani jennaani d'iirsafi niitiini isaa mukha duubati d'okhatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa galgalaaye Rabbi Waandhi hulee biqiltu'uu keessa uduu deemu laagaa isaa dhagayanii Aadamii fi haati manaa isaa Rabbii Waaqa afo'oo hulee biqiltu'uu keessatti jalaa dhokatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa galgalootte namichii fi namittiin Mootiin Waan Maraa Waaqi addee oorru'uu keessa ideemuun qoonqoo isaa dhage'ane; isaan Mootii Waan Maraa Waaqa duraa mukoota addee oorru'uu san odduu dhokatane.