Genesis 30:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafa toko ka dargaye murani, Reubeniini gara oobru d'aqe mukha qorsa toko guure haad'atiini gale. Raheliini waan Leani jette, Qorsa much'aani kanke galeeni suni ira naa qoodi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobeel ji'oota qamadiin haamamu bayee qonna keessaa gumaa akka gumaa mujulo'oo argee haadha ufii Liya'aa fide; Raaheel Liya'aan «Mujuloo ilma keetii naa kenni» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa haammaa qamadi'ii, Ruuben gaafa tokko alatti bayee, midhaan muka fedhii jaalalaa kakkaasu dhaggee, Liyaa haadha ifiitiif fide. Raahel Liya'aan, «Maganne'ee, midhaan muka fedhii jaalalaa kakkaasu ka ilmi keetii fide san irraa naafille kenni» jette.