Genesis 30:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Leani waan jette, Waaqi ya waan anini hojattu tiyya d'iirsa kiyyaa kenneefi galata naa deebise; tanaafi isiini maqa ilma isii suni Isakari baafteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Liyaan, «Ani waan garbittii tiyya abbaa manaa kiyyaa kenneef gatii kiyya Rabbi naa kenne» jettee maqaa isaa Yisaakoor jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Liyaan, «Ani tajaajiltuu tiyya dhirsa kiyyaaf kenninaan, Waaqi gatii naaf kenne» jettee, maqaa isaa Yisaakor baafatte.