Genesis 30:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jette, Waaqi ya na eebise waan dansa naa kenne; amma d'iirsi kiyya na ulfeesa, waan anini ilmaani d'iira jaa d'aleefi; tanaafi isiini maqa isaa Zabuloni baafteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Liyaan, «Rabbi waan mishaa naa kenne; ammaa achi abbaan manaa kiyya na woliin jiraata; waan ani ijoollee dhiiraa isaa dayeef» jettee maqaa isaa Zaabiloon jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqi kennansa dansaa naaf kenneera. Ani ilmaan jaa waan isaa deyeef, amma dhirsi kiyya ulfinna naaf hin kenna!» jettee, maqaa isaa Zebuloon baafatte.