Genesis 30:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba maqa isaa Yusufu baafte waan jette, AABBO Waaqii ilma d'ibi naa darinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee Rabbi ilma naa haa eda'uu jettee maqaa isaa Yooseef jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ilma dhibii naaf kenne» jettee, maqaa isaa Yoseef baafatte.