Genesis 30:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Raheliini Yusufu d'alte, Yakobooni waan Labaniini jed'e, Worra keennati galu fed'a, naa eebisi, na gad'iisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaheel haga Yooseefiin deetteen maayessa Yaaqoob Laaba'aan «Amma ani gara biyya kiyyaa deebi'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raahel Yoseef deetteen duuba, Yaaqoob, Laabaaniin, «Gara lafa itti dhaladheetii fi biyya tiyyaa akka dhaquuf gad na lakkisi.