Genesis 30:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Labaniini waan jed'eeni, Anileeni jecha toko qaba; anini ya faalaani arge aka AABBO Waaqi sii jed'e na eebise na horsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee, «Yoo ani si afo'otti kabajjamee jiraadhe asuma taa'i, Rabbi akka sababaa keetiif na eebbise argeeraa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan ammoo Yaaqoobiin, «Ani yoo si duratti fudhatama dhaggadhe, maganne'ee turi; sababa keetiif akka Mootiin Waan Maraa na eebbise, mudhii addaatiin beekeera.