Genesis 30:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
arra ree tante keesa deeme ilmoole hoola guguraatiifi ta laleesa shaafa keesaa filad'a, wonti atini naa baaftu haguma suni ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
adha ani hoolota tee jidduu lufa'aa hoolota babarruu, sassaaqa'aa fi gugurraa maraa, re'iin keessaallee sassaaqa'aa fi babarruu fooya; isaan kunniin mindaa kiyya haa ta'anii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adha horii keeti keessa deemee, hoolota keessaa titiifu'uu fi buburree, buruusoo gugurraayyee mara, re'oota keessalle'ee buruusoo titiifu'uu fi gugurraayyee mara addaan baasa. Isaan mindaa kiyyaa te'anuu ti.