Genesis 30:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma suni Labaniini laleesa kormafi d'ala shaafafi kalaadicha keesaa fohe; ammalle hooliye guguraatile ch'ufa fohe harka ilmaani isaa ta d'iirati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafuma san korbeeyyii re'iiniitii fi goromoota saaqaa qabu, re'iin dhadhaltuu keessaa babarruu, saaqaa, adii maraa, hoolota keessaallee hoolota gugurraa maraa fooyee ijoollee ufiititti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafuma san Laabaan korbeeyyii re'e'ee tattalee, titiifuu, re'oota dhaltuu buburre'ee fi titiifuu yookiin xibaanxibbee adaadii nafa irraa qaddu mara, buruusoo hoole'ee gugurraayyee mara addaan baasee, ilmaan ifii akka tissanu godhe.