Genesis 30:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yakobo biraa kae godaana guyya sadi godaane fago qubate. Yakobooni ree Labani ta iraa hafte taani tisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaa fi Yaaqoobiin jidduu deemsa guyyaa sadihii irraa fageesse; Yaaqoob Laaba'aa hoolotaa fi re'iin hafan tissa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Laabaan ideensa guyyaa sadii Yaaqoob irraa fagaate. Yaaqoob hoole'ee fi re'ee Laabaanii ka hafane tisse.