Genesis 30:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni dame taani guure fulla naaniga naqe; wonti inni akasi tolcheefi, reeni yo bisaani d'ugu d'uftu artiti wolti goobdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uleewwan quuncise sanniin hennaa tinni hoolotaa bisaan dhugu'uuf dhufan gongaa hoolonni bisaan keessaa dhuddu keessa afoo isaanii kaayee hoolonni hennaa bisaan dhugu'uuf dhufan uleewwan sanniin laalanii tola fuudhu'uuf kajeela'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hoole'ee fi re'een bisaan uniisaaf yennaa dhufanu, korbeeyyiin waan hoqonsiteef, inni ulee buburreesse san fuula isaanii dura gongaa isaan keessaa unanu keessa keye. Hoole'ee fi re'een bisaan uniisaaf yennaa dhufanu,