Genesis 30:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni hooliye laleesa keesaa fohe fuula gara ree Labani ta bifa guraatiifi shaafa deebise, kara kanaani ree ufi heddefate ta Labani ira kobaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob korbeeyyii adda fooyee gugurraa maraa hoolota Laaba'aa afoo dhaabsise; tika hoolotaa taawwan ammo hoolota Laaba'aatitti hin edaane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob ilmoolee tana qofitti baasee, hoole'ee fi re'ee Laabaanii tattale'ee fi gugurraayyee fuula dura dhaabbachiise. Akka kanaan Yaaqoob hoole'ee fi re'ee ifii, hoole'ee fi re'ee Laabaaniitiin addaan fowate.