Genesis 30:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raheliini waan jette, Waaqi ya naa dubbate kad'acha tiyya d'agaye ilma naa kenne; tanaafi isiini gurba maqa Dani baafteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaheel, «Rabbi kadhaa kiyya dhagayee naa murteessee ilma naa kenne» jettee maqaa isaa Daan jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raahel, «Waaqi naaf mure. Inni daadimata kiyya dhage'ee, ilma naaf kenne» jettee, maqaa isaa Daan baafatte.