Genesis 30:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Raheliini waan jette, Anini had'e dabsad'e; tanaafi maqa much'a kana Naftali baafteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaheel, «Ani morka guddaa obboleettii tiyyatti morkadhee mooyadhe» jettee maqaa isaa Niftaaleem jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Raahel, «Ani obboleettii tiyya woliin wodhaantoo jadduu qabadhee, injifadhe» jettee, maqaa isaa Niftaalem baafatte.