Genesis 31:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni aka ilmaani Labani, Yakobooni ya hori abba kenna ch'ufa fud'ate horeeni jette d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen dhiiraa ta Laaba'aa, «Yaaqoob qabeenna abbaa keennaa fudhate» jedhanii hennaa dubbatan Yaaqoob dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Laabaanii, «Yaaqoob waan abbaan keenna qabu mara fudhate; inni qabeenna kana mara abbaa keenna irraa dhaggate» jettuun Yaaqoob dhage'e.