Genesis 31:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani Waaqa oobjuuni na yaamte waan jette, Yakobo! Anini, Yaa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii eebju'uun, ‹Yaaqoob!› naan jedhe; anillee ‹Yaa› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ergamaan Waaqaa oojju'uun, ‹Yaaqoob!› jedhee na waame; anille, ‹As jira› jedheen.